Seensa
Home → Seensa
Barbaachisummaan beekumsaafi dandeettii Afaanii qabaachuufi dhabuun lammiilee Itiyoophiyaa inni guddaan kan hubatamuu danda’amee akka biyyaaleessa Itiyoophiyaatti cabiinsi barnootaa ifoomuu isaatiin saaxilamee jira. Misoomni tekinooloojii erga haalaan babal’atee as immoo fadhiifi hawwiin ilmaan namootaa Barnoota Afaaniifi tekinoolojiitiif qaban akkan dabalee jira.
Keessatti immoo uummanni oromoo erga gara wiirtuu giddu gala siyaasa biyyaaleessa itiyoophiyaatti dhufeetii fedhiifi dheebuun Afaan Oromoo misoosuuf qaban agarsiiftuu guddicha sirna gada oromootiin kabaja ayyanaa Irreechaa barabaraan taasifamaa jiruun guutummaan sabaafi sablammoota biyya keenyaa, Afirikaanootafi ardiilee biroo hedduu keessatti daran guddaa ta’uun isaa hubatamee jira.
Akka fakkeenyaatti yoo fudhanne guutummaaan dhaabbilee barnoota magaalaa finfinnee, magaaloota oromiyaa hundaafi mootummoota naannolee ja’a ol ta’an keessatti Misoomni Afaan Oromoo itti fufee jira. Kana malees, ardiilee fi fuutuu addunyaa irratti Afaan Oromootiin tamsaasi oduulee garaa garaa taasifamuun isaaniis isaan ijoodha.
Haata’umalee Aaan Oromoo akkaadaamii mataa isaa qabaachuun hawwatummaa, jaallatamummaa, qulqulinaafi salphaatti baratamuu akka danda’u taasisuun tajaajila dhiheessi Afaanichaa karaa ifaafi salphaa ta’een akka afaanichi guutummaa Afaanota Addunyaa jiran keessaatti dorgomaa filatamaa taasisuuf kalaqaan sona dabalamee sirna hiikamiinsaa jalaa baasuun oftaasisuun meeshaa walquunnamtii ilmaan namootaa taasisuun barbaachisummaa ol aanaa kan qabaatuudha. Kanaafis gama hirmaachisummaa mootummaa naannoo oromiyaafi dhaabbilee misooma Afaanii, ogeeyyii tekinooloojii gargaaramuun qindoominaafi tokkummaa dhaan waaltina afaanicha gama miorkaneessiseen afaanicha afaan barnootaafi dinagdee dijiitaalaa taasisuuf DHaabbatni akkadaamii Afaan Oromoo.com barsiisaa kitilaa karoorsaa Aagaa, barreessaa kitaabilee Afaan Oromoo maqaan isaanii kitaaba Asii ka’u’bu’uura barnoota Afaan Oromoo,barnoota Dabbalee Gadaa, abbaadhoon garagaaraa barsiisaa jalaqabaa haata’aniifi kitaabilee bu’uura boruu umurii 4,5 fi 6 ,akkasumas abbaa kalaqaa Gabateewwan Tartiiba Qubeewwaniifi Sagaleewwan Dubbii Afaan Oromoo gabaabaatti,Gabatee Jchoota Fakkiin Baruu fikkfI Akkasumasa hundeessaa dhaabbata kenna tajaajila barnootaa,dhiyeessii meeshalee deggersa barnootaa fi walitti qabaa waldichaa kan ta’een kan eegalmeedha.

Akkaadaamii Afaan Oromoo is proudly powered by WordPress