Fuulbarruuwwan
Qubee yoo sirriitti baranne, guutnee barreessina. Yoo guutnee barreessine, yaada keenya ibsanna.
Yaadota kennaman
Jabaadhaa hojiin isin hojjechaa jirtan nama boonsu.
Hojiin ofii ibsituu eenyummaa ofiiti, deemsa keessan itti fufaa.
Hojii milkaa'ina qabu namni hojjetu nama waan hojjetu beekuudha, kaayyoon socho'uunis milkaainsa namaa saffisiisa. isin waliin jirra jabaadhaa. Tokkummaan humna.
Lammiileen kamiyyuu afaanicha misoomsuuf salphaatti hubatamuu,baratamuu,barsiifamuu akka danda’uu beekanii ittis amanuudhaan of kennuun hojiiwwan isaanii,taphoota isaanii, kalaqoota isaaniis ittiin beeksifachuuf akka of qopheessaniif kalaqaan sona daballee sagantaalee hojii damdaneessa ta’ee uumuun yeroo gabaabaa keessattii tajaajila barnootaa karaalee Social media dagaagsuu
Gaaffii qabduu
+251920408204 kitilakitila05@gmail.com
+251920408204
kitilakitila05@gmail.com
Akkaadaamii Afaan Oromoo is proudly powered by WordPress
