Waa'ee keenya

CONTACT US

waa'EE KEENYA

Akkaadaamiin Afaan Saba tokkoo jiraachuun isaa dhimmoota waaltina jechootaa,caasluga,sirnootaa adda addaa,,duudhaafi safuu afaan  tokko qabaachuu qabuuf murteessuummaa ol aanaa qabaachuun isaa beekamaadha. Dabalataanis guddina,daagaaginaafi misooma Afaan  saba sanaatiif furtuu waliigala afaanichaati.

Afaan oromoo Afaan mana hojii Mootummaa Naannoo Oromiyaa ta’ee tajaajila kennuu kan  eegale naannoo bara 1990 mootati kaaseeti. Kunis ta’uu kan danda’ee sababii qabsaa’oota siyaasaa, barreessitootaa(aartistootaa),wellistootaa,hayyota oromoon akka of beekuuf of baratuuf aarsaa kaffalamuu qabu kaffalaniin ta’eera.

Bu’uura qabsoo qabsaa’oota armaan olii kanaan kan ka’ee biiroon Aadaafi Tuurizimii caasaa tokko taasisuun Inistiitiyuutii qo’annoofi qorannoo Oromoo hundeessuun wiirtuu giddu gala Aadaa Oromoo jiruun qorannoofi qo’annoon itti fufuu danda’ee jira. Dabalataan waldaan barreessitoota oromoo,waldaan qorannoo oromoo(OSA) akka jaarmiyatti socho’uun hojiitti seenanii jiraachuun isaanii akka jalqabbii gaariifi abdachiisaatti kaasuun ni danda’ama.


Yaadota kennaman

Lammiileen kamiyyuu afaanicha misoomsuuf salphaatti hubatamuu,baratamuu,barsiifamuu akka danda’uu beekanii ittis amanuudhaan of kennuun hojiiwwan isaanii,taphoota isaanii, kalaqoota isaaniis ittiin beeksifachuuf akka of qopheessaniif kalaqaan sona daballee sagantaalee hojii damdaneessa ta’ee uumuun yeroo gabaabaa keessattii tajaajila barnootaa karaalee Social media dagaagsuu

Gaaffii qabduu
+251920408204 kitilakitila05@gmail.com

Teessoo
Furii, Finfinnee, Ethiopia
bilbila
+251920408204
I-mayilii
kitilakitila05@gmail.com
Garee gargaarsaa

+251920408204
kitilakitila05@gmail.com

Karaalee social media kanaa gadiin nu hordofuun gaaffilee yookiin yaada qabdan nuuf qooduu dandeessu

Mirgi abbummaa Marsariitii kan eegameedha